Bara hundeeffama isaa irraa eegalee, Kollejjiin Giloobal hojii baruuf barsiisuu fi hojii qo’annoof qorannoon cinaatti, tajaajila hawaasummaa yeroo adda addaatti kennaa turuun isaa ni yaadatama. Haaluma kanaan, guyyaa har’aa, jechuunis Muddee 1/2017 A.L.H., qarshii kumaa jaatama (60,000) ol baasii gochuun, Waajjira Hawaasummaa Bulchiinsa Magaalaa Amboo waliin ta’uun, namoota harkaa qalleyyii fi qaama miidhamtoota ta’anif uffaata halkanii kennee jira.
Since its establishment, the College has been dedicated to providing various community services in addition to its core activities in teaching, learning, and research. In line with this mission, on December 10, 2024, Global College spent approximately sixty thousand Birr (60,000) to provide nightwear for individuals with disabilities, in collaboration with the Ambo City Social Affairs Office.