
Kolleejjii Giloobaalii fi Garee Kubbaa Miillaa Hacaaluu Hundeessaa Amboo Gumaacha Hirmaannaa Kolleejjiin Giloobaal Ispoortii Keessaatti Qabu: Kanaaf guyyaa har’aa immoo taphattoota Garee Kubbaa Miillaa Hacaaluu Hundeessaa Amboo kan graee kubbaa miillaa fayyaa Finfinnee keessaatti dorgomaa jiraniif ispoonsara hidhannoo ispoortii guutuu Read More …