Latest

Baga Gammaddan Gareen Kubbaa Miillaa Haachaaluu Hundeessaafi Jaallattootni isa! Baga Gammanne Giloobaal Koolleejji!

Akkuma beekamu Kolleejjiin Giiloobaal Amboo, garee kubbaa miillaa Hacaaluu Hundeessaatiif waggaa waggaan Ispoonsara ta’uun maaliiyaa,T-Shartii, Kubbaa akkasumas, waldorgommii gareewwan Fayyaa Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Ambootti geeggeeffame irratti wantoota kanneen akka nyaataa, dhugaatiifi wantoota barbaachisan mara ispoonsara gochuun cinaisaanii dhaabbateera. Haalumakanaan, Read More …

Kolleejjiin Giloobal Dorgommiin mo’aa mo’atoota kubbaa Saaphana Oromiyaa 1ffaan  magaala Adaama Isteediyeemi Abbabe Biqilaa irratti gaggeefamaa jiru irraatti hirmaachaa jira.

Dorgommiin mo’aa mo’atoota kubbaa Saaphana oromiyaa 1ffaan  magaala Adaama Isteediyeemi Abbabe irratti gaggeefamaa jira.====//======Dorgommii kana irratti gareen Godinaalee, Magaalota fi dhaabbilee irraa walitti dhufan hirmaachu irratti argamu. Dorgomicha kan jaqabsiisan itti gaafatamtu federeeshinii kubbaa saaphanaa oromiyaa adde loomi Addunyaa haasawa Read More …